AIDS
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Baayooloojii) * Eedsii (AIDS), dhukkuba daddarbaa vaayirasii HIV tiin nama qabu dha. Vaayiresiin kun meeshaalee qara qaban namni tokko itti fayyadamee fi dhiiga waliin waltuqaniin daddarbuu danda'a. Irra jireessa garuu dhibeen kun saalqunnamtiin daddarba. Hamma yeroo kanaatti dhibeen kun talaalliis qoricha fayyisus hin qabu. (Madda jecha kanaa, AIDS: acquired immunodeficiency syndrome; HIV: human immunodeficiency virus).