ampere
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- ampiirii ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Fiiziksii) * amperii, yuunitii waalta'aa karentii eleektriikii ti. Kanaaf yuunitiin karentii 1A=1C/1s. Kana jechuun yemmuu chaarjiin kulombiin tokko yeroo sekoondii tokkotti bakka ta'e tokko darbu karentii 1A uumama jechuu dha. Yuunitiin karentii amperiin yuunitoota bu'uraa torban keessaa tokko dha. Amperiin hayyuu fiiziksii lammii Ferensaay Andiree-Maarii Ampeer (Andr'e-Marie Amp`ere, 1775-183
- maqaa nama jalqaba walitti dhufeenya karentii eleektiriikii fi dirree maginetii giddu jiru argate irraa mogga'e.