tabba
Appearance
Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]Cibra
[gulaali]- lafa yammuu gajjallaadhaa ilaalan asii ol gara irraatti mul'atu, irraan olee.
- Fakkeenya ° (Tabba yammuu ba'an hafuurri nama cita).
Latii Jechootaa
[gulaali]Dhalatoo jecha tabba jedhuu
| 🟩 Afaan Oromoo Core Case - tabba | |
|---|---|
| Absolutive singular | tabba |
| Nominative singular | tabbi |
| Nominative + Focus | tabbatu |
| Accusative singular | tabba |
| Genitive singular | tabbaa |
| Genitive + Focus | tabbaatu |
| Instrumental (simple) | tabbaan |
| Instrumental (extended) | tabbaatiin |
| Dative singular | tabbaaf |
| Dative (extended) | tabbaatiif |
| Allative | tabbatti |
| Genitive-Allative | tabbaatti |
| Vocative | yaa tabbaa |
| 🟩 Relational / Locative Cases | |
| Superessive | tabbarra |
| Superessive-Locative | tabbarratti |
| Superessive-Ablative | tabbarraa |
| Inessive | tabba keessa |
| Inessive-Locative | tabba keessatti |
| Elative | tabba keessaa |
| Subessive | tabba jala |
| Subessive-Locative | tabba jalatti |
| Sublative-Ablative | tabba jalaa |
| Adessive | tabba bira |
| Adessive-Locative | tabba biratti |
| Adessive-Ablative | tabba biraa |
| 🟩 Genitive-Based Relational Locative Cases | |
| Superessive | tabbaarra |
| Superessive-Locative | tabbaarratti |
| Superessive-Ablative | tabbaarraa |
| Inessive | tabbaa keessa |
| Inessive-Locative | tabbaa keessatti |
| Elative | tabbaa keessaa |
| Subessive | tabbaa jala |
| Subessive-Locative | tabbaa jalatti |
| Sublative-Ablative | tabbaa jalaa |
| Adessive | tabbaa bira |
| Adessive-Locative | tabbaa biratti |
| Adessive-Ablative | tabbaa biraa |
| 🟩 Definite and Indefinite Form + Gender | |
| Indefinite | tabba |
| Definite male singular | tabbicha |
| Genitive definite male singular | tabbichaa |
| Definite female singular/Genitive | tabbittii |
| Proximal (nominative) (this) male | tabbi kun |
| Proximal (nominative) (this) female | tabbi tun |
| Proximal (nominative+focus) male | tabba kanatu |
| Proximal (nominative+focus) female | tabba tanatu |
| Proximal (Accusative) male | tabba kana |
| Proximal (Accusative) female | tabba tana |
| Distal (nominative) both genders | tabbi sun |
| Distal (nominative+focus) | tabba sanatu |
| Distal (Accusative) | tabba sana/san |
| Distal (Genitive) | tabba sanaa |
| Unknown (nominative) | tabbi tokko |
| Unknown (nominative+focus) | tabba tokkotu |
| Unknown (Accusative) | tabba tokko |
| Unknown (Genitive) | tabba tokkoo |